Iccitii Gosa Dhiigaa

Author:   Abdisa Kalbesa
Publisher:   Oproud
ISBN:  

9781763510708


Pages:   296
Publication Date:   15 November 2024
Format:   Paperback
Availability:   Available To Order   Availability explained
We have confirmation that this item is in stock with the supplier. It will be ordered in for you and dispatched immediately.

Our Price $66.00 Quantity:  
Add to Cart

Share |

Iccitii Gosa Dhiigaa


Overview

Hidda dhala namaa walitti hidhan keessaa, hiddi Sanyii ykn eenyummaan isa tokko kan ta'eefi seenaa waloo dhala namaa keessatti dhiibbaa mataasaa qabaachaa har'a ga'ee jira. Garuu hiddoota dhala namaa walitti hidhan keessaa, inni murteessaafi adda duree ta'e, jechuunis 'Eenyummaan Namummaa' ni argama. Kunis GOSA DHIIGAA; Sanyii, halluu gogaafi dhaala maatii keenyarraa dhaallu kamiinuu ol kan ta'edha. Ogummaa uumamaa ajaa'ibsiisaa kan bulbula baayoloojii fi seelotaa akkasumas pilaazimaarraa dhangi'ame kanatu akka lubbuun jiraannu nu taasisa. Gosni dhiigaa kunneen, hojii isaanii raawwachuu malee; sanyummaa, olaantummaafi gad-aantummaa namummaa kamuu irraa bilisa. Falaasamootaafi aadaa hawaasni ijaarrate; jiraatanis, jiraachuu baatanis, onneen ni dhahatti, dhiigni qaama keenya keessa tamsa'ee naanna'uun jireenya itti fufsiisa. Dhiigni wal nama hincaalchisu. Sanyii, koorniyaafi seenaa jireenyaa irratti hundaa'uun loogii hingodhu. Kaayyoon isaa kan nama hundaa walqixxummaatti, kutannoodhaan sooruufi jireenya itti fufsiisu raawwachuudha. Humni dhiigaa kun walqixxummaa bu'uuraa dhala namaa hunda gidduu jiru kan hubachiisu yoo ta'u, adda addummaa keenya caalaa wal fakkenya keenya nu yaadachiisa. Kitaabni ""Iccitii Gosa Dhiigaa: Miira Sanyummaan Gamatti"" jedhu, adeemsa barnoota akkaadaamii qofa osoo hintaane, adeemsa itti hiika namummaa gadi fageenyaan keessatti hubannudha. Ofii, gosa dhiiga keessanii beektu?

Full Product Details

Author:   Abdisa Kalbesa
Publisher:   Oproud
Imprint:   Oproud
Dimensions:   Width: 15.20cm , Height: 2.00cm , Length: 22.90cm
Weight:   0.535kg
ISBN:  

9781763510708


ISBN 10:   1763510700
Pages:   296
Publication Date:   15 November 2024
Audience:   General/trade ,  General
Format:   Paperback
Publisher's Status:   Active
Availability:   Available To Order   Availability explained
We have confirmation that this item is in stock with the supplier. It will be ordered in for you and dispatched immediately.
Language:   Oromo

Table of Contents

Reviews

Author Information

Tab Content 6

Author Website:  

Countries Available

All regions
Latest Reading Guide

April RG 26_2

 

Shopping Cart
Your cart is empty
Shopping cart
Mailing List